Miidhaa odeeffannoon sobaa filannoo nagaarratti qaqqabsiisu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Miidhaa Odeeffannoon sobaa filannoo nagaarratti qaqqabsiisu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Haala miidhaa odeeffannoon sobaa filannoo nagaarratti qaqqabsiisu ittisuun danda’amurratti mariin ‘addis wag’ Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.
Marichi mata duree ‘nageenyaa fi tasgabbii wayita filannoo’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Maricharratti ogeeyyii miidiyaalee dabalatee qaamoleen garaagaraa hirmaachuu isaanii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment