Ministeerichi sadarkaa biyyaatti duula qulqullina naannoo ‘Dhaabbilee Fayyaa qulqulluu’ eegalchiise

Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa sadarkaa biyyaatti duula qulqullina naannoo ‘Itiyoophiyaa qulqulluu’ mata duree’ Itiyoophiyaa Qulqulluu, dhaabbilee fayyaa qulqulluu, fayyaa guutuuf’ jedhuun eegalchiiseera.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Hospitaala Qulqulluu Phaawuloosii fi Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Alaartitti argamuun duulicha eegalchiisaniiru.

Duulli kun qaama sosochii ‘Itiyoophiya qulqulluu’ Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad mata duree ‘Daandii Qulqulluu, Jireenya fayyaa’ jedhuun ifoomsan ta’uu Dooktar Maqdas eeraniiru.

Barakat Takkaalinyitu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment