Ministirri Ministeera Aadaa Faransaay vaayrasii koroonaan qabame

Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa Faransaay Firaank Riistar vaayrasii koroonaan qabamuun ibsameera.

Ministirichi vaayrasichaan qabamuu qorannoo taasiseen mirkanaa’era jedhame.

Biyyattiitti hanga guyyaa kanaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman kuma 1 fi 412 keessaa namoonni 30 du’uu daayreekarri Abbaa Taaytaa Fayyaa Hawaasaa Faransaay Jeeroom Saluumoon dubbataniiru.

Maddi:-CNN

Comments (0)
Add Comment