Misooma Godina Baha Guraagee guddisuuf Birrii miiliyoonni 425 walitti qabame

Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Sagantaan Hundeeffama Godina Baha Guraagee Magaalaa Buttaajiraatti gaggeeffamaa jira.

Dhalattoonni godinichaa biyya keessaa fi alaa, dhaabbileen mootummaa fi dhaabbileen dhuunfaa misooma godinichaaf waliigala Birrii miiliyoona 425 deeggarsa taasiisuu ragaan Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment