MM Dooktar Abiy Ahimad maaddii qoodan

Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa eebba Giddugala Nyaataa ‘Tasfaa Birhaan’tti argamuun maaddii qoodaniiru.

Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Giddugalli Nyaataa ‘Tasfaa Birhaan’ Giddugala 20ffaa Bulchiinsaa Magalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Guullalleetti ijaarame ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment