MM Dr. Abiy Ahimad Bulchitoota naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz walitti bu’iinsa Matakkalitti uumame irratti marii’atan

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) –  Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Bulchitoota naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz walitti bu’iinsa Matakkalitti uumame irratti marii’atan.

 

Dooktar Abiy bulchitoota naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz akkasumas qaamolee nageenyaa waliin taa’uun walitti bu’iinsa Matakkalitti uumame irratti marii’achuu ibsaniiru.

 

Rakkoolee jiran sakattaa’uun, naannichatti nageenya waaraa buusuuf kallattiiwwan kaa’uus eeraniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Comments (0)
Add Comment