Naannoon Oromiyaa fi Giddugaleessi Itiyoophiyaa dhimmoota nageenyarratti marii gaggeessaa jiru

Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Naannoon Oromiyaa fi Giddugaleessi Itiyoophiyaa dhimmoota nageenyarratti Magaalaa Walisootti marii gaggeessaa jiru.
Marii kanaan bakka bu’oonni caasaa nageenyaa naannolee lamaanii dhimmota kana dura magaalaa Buttajiraatti argamuun mari’atamee fi kallattii waloo kaa’ame gamaaggamaa jiru.
Hoggantoonni Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa naannolee lamaanii fi qooda fudhattoonni marii kanarratti hirmaachaa jiraachuu ragaan Kominikeeshinii naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment