Niiw Jarsiitti  hiriirri Wixineewwan Seeraa ”HR 66 fi S 3199” mormu gaggeeffame

Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Niiw Jarsiitti  hiriirri Wixineewwan Seeraa ”HR 66 fi S 3199” mormu gaggeeffameera.

Hiriira kanarratti Ityoophiyaanoonnii fi lammiileen Eertiraa hirmaataniiru.

Hirmaattoonni hiriirichaas ergaa Wixineewwan Seeraa ”HR 66 fi S 3199” akka hin raggasifamne morman dhageessisaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment