Obbo Abrahaam Alehenyi Qindeessaa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii ta’uun muudaman

Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministeera Abiy Ahimad guyyaa har’aa Obbo Abrahaam Alehenyi Qindeessaa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii gochuun muudamaniiru.
Obbo Abrahaam Alehenyi Qindeessaa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii ta’uun muudamuu isaanii ragaan waajjira Muummee Ministeeraa irraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment