Obbo Dammaqaan Filiippoo Giraandee waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinara olaanaa dhimmoota Godaantootaa Filiippoo Giraandee waliin mari’ataniiru.
Komishinarichi guyyoota darban keessa buufata baqattoota naannoo Tigraay keessatti argamu daawwachuun isaanii kan yaadatamuudha.
Biyyoota gaanfa Afrikaa keessaa Ityoophiyaan baqattoota simachuun biyya adda durummaan eeramtuudha.
Misikkir Sinaaffiqitu gabaase.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf; Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment