Obbo Dastaa Leddaamoon hawaasni sosochii ‘Daandiii qulqulluu – jireenya fayyaa’ jedhutti akka makaman waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa
Obbo Dastaa Leddaamoon hawaasni sosochii ‘Daandiii qulqulluu – jireenya fayyaa’ jedhutti akka makaman waamicha dhiyeessaniiru.
Obbo Dastaan Birrii kuma 10 deeggarsa taasiisuun sagantichatti makamaniiru.
Hawaasni gama Lakkoofsa Herreega Baankii Daldala Itiyoophiyaa 1000623230248 deeggarsa barbaachisu akka taasiisan gaafataniiru.
Comments (0)
Add Comment