Obbo Tamasgeen Xirunaan simannaa ummanni Wallaggaa hoggansa jijjiiramaaf taasise galateeffatan

Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan simannaa ummanni Wallaggaa har’a Naqamteetti jila hoggansa mootummaa jijjiiramaaf taasise galateeffataniiru.

Jilli Hoggansa Jijjiiramaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu hiriira deeggarsa mootummaa jijjiiramaaf hawaasni godinaalee wallaggaa magaalaa Naqamteetti gaggeessanirratti argamaniiru.

Simannaa hoo’aa jaalalaa fi gammachuun guutame hawaasni godinichaa nuuf taasiisaniif galata olaanaa qabna jedhan Obbo Tamasgeen Xirunaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment