Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa dhimmota tibbana naannichatti mudatan gamaaggamaa jirachuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa dhimmota tibbana naannichatti mudatan gamaaggamaa jirachuu ibsan.

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoota tibbana naannoo Oromiyaatti mudatan irratti Paartiin Badhaadhinaa oromiyaa gamaagamaa jiraachuu karaa toora fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment