Pireezidaantiin Naannoo Gambeellaa sosochii ‘Daandii Qulqulluu- Jireenya fayyaa’ tti makaman

Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluufi hoggantonni olaanoo naannichaa sosochii ‘Daandii Qulqulluu –Jireenya fayyaa’ jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ifoomsanitti makamaniiru.
Obbo Umood Ujuluun sosochii ‘’Daandii Qulqulluu –jireenya fayyaaf ‘’deeggarsa Birrii kuma 10 taasiisuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Comments (0)
Add Comment