Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi Ambaasaaddaroonni agarsiisaa Itiyoophiyaan haa oomishtuu daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa agarsiisaa Itiyoophiyaan haa oomishtuu daawwataniiru.
Pireezidaantoonni naannolee, Kaantibaawwan, Ministiroonni, Ambaasaaddaroonni, hoggantoonni Indaastirii Oomishtootaa fi keessummoonni waamichi taasiifameef Agarsiisa Itiyoophiyaan haa oomishtuu Galma Barkumeetti qophaa’e daawwachuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa.
Comments (0)
Add Comment