Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu ni eegama

Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni har’a Arsenaalii fi Liivar Puulii gidduutti taphatamu akkaan eegama.

Taphni har’a galgala sa’aatii 1:30 irraa jalqabee taphatamu kun xiyyeeffannoo olaanaa argateera.

Taphoota biroon har’a waaree booda sa’aatii 11:00 irraa eegalee taphni Cheelsiin Woolviis, Maanchiisteer Yuunaayiid Weest Haam Yuunaayitiidii fi Boornimaawuuz Nootiingihaam Forest waliin taphatan ni eegama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment