Preezdaant Aganyaaw Tashaagar muudamaa adda addaa laatan

Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Aganyaaw Tashaagar muudamaa adda addaa laataniiru.
Bu’uruma kanaan:-
1. Obbo Saammaa Xurunaah sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti hogganaa biiroo Nageenya ummataa fi tasgabbii fi qindeessaa kilaastaraa bulchiinsa gaarii
2. Obbo Taakoolla Ayifookkiruu komishinaraa komishiini poolisii naannoo Amaaraa
3. Koloneel Baamlaakuu Abbaay sadarkaa itti gaafatamaatti hogganaa waajjira Milishaa
4. Obbo Zaagalaa Gabayyoow itti aanaa abbaa alangaa waliigala
5. Obbo Habtamuu Mogaas komishinaraa komishinii farraa malaammaltummaa naannoo Amaaraa
6. Obbo Mulgeetaa Abarraa daayreektara olaanaa leenjii haqaa fi inistityuutii qorannoo seeraa gochuun muudaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment