Preezdaant Saahilawarq Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga’ame ibsaniiru.

Gamtaan kan hojjete kaayyoo isaan ni milkeessa jedhan.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaatti daraan gammadeera, Ummanni Ityoophiyaa hundi baga gammaddan jedhan.

Dhuunfan osoo hin taane gareen hojjechuun injifannoo nama goonfachiisa waan ta’eef baga gammadaan jechuun erga dabarsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment