Preezdaant Saahilawarq lammiilee harka qalleeyyiif deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ayyaanaa Hiikaa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiif deeggarsa taasiisaniiru.
Lammiilee harka qalleeyyii kutaa magaalaa Araadaa keessa jiraatan 300f deeggarsa taasisaniiru jedhame.
Hawaasni hundi lammiilee harka qalleeyyii gargaaruuf qooda isaanii akka ba’an Preezdaant Saahilawarq waamicha dhiyeessaniiru.
Lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’uun rakkoof saaxilaman deebisanii dhaabuuf hojjetamuu akka qabu hubachiisaniiru.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment