Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawii Kiibaakiin addunyaa kanarraa du’aan boqotan

Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawii Kiibaakiin addunyaa kanarraa du’aan boqochuu ibsame.

Preezdaantii Keeniyaa 3ffaa fi biyyattii bara faranjootaa 2003 hanga 2013 kan bulchan Kiibaakiin umurii waggaa 90 isaaniitti guyyaa har’aa du’aan boqotaniiru.

Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaan dhimmicharratti ibsa laataniin, sirni awwalcha Kiibaakii hanga raawwatutti guutuu biyyattiitti guyyaan gaddaa labsamuu ibsaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment