Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI sarara Aadwaa Tambeen Maayqinaaxal iddoo jedhamu Salaasil, maqa Hawzeen Tambeen irratti humna juuntaa ABUT injifate

Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) –Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI sarara Aadwaa Tambeen Maayqinaaxal iddoo jedhamu Salaasil, maqa Hawzeen Tambeen irratti humna juuntaa ABUT injifate.
Humni juuntichaa Koloneel Tsaggaayee Maarkisii fi Koloneel Shariifin duurfamaa kan ture yoo ta’u guutumatti dhabamsiifameera.
Raayyaan ittisaas imalasaa gara Maqalee itti fufeera.
Comments (0)
Add Comment