Sadarkaa biyyoolessaatti gamaaggamni raawwii carraa hojii uumuu gaggeeffama jira

Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Sadarkaa biyyoolessaatti gamaaggamni raawwii carraa hojii uumuu gaggeeffama jira.
Waltajjii gamaaggamaa kun guyyoota 2f tura jedhameera.
Gabaasaleen raawwii federalaa, naannolee kurnanii fi bulchiinsoota magaalaa lamaanii dhiyaachuun mariin ni gaggeeffaman eegaman.
Biiroleen carraa hojii uumuu fi intarpiraayzootaa naannoolee, komishinii carraa hojii umuu federaalaa akkasumaas hooggantoonni eejansii carraa hojii uumuu fi miidiyaalee hirmaacha jiru.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment