Sagantaan Afxiiraa daandirraa Magaalaa Adaamaatti geggeeffame

Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Sagantaan Afxiiraa daandirraa Magaalaa Adaamaatti geggeeffameera.
Sagantichi bakka Kaantibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee fi Abbootiin Amantaalee biroo
argamanitti geggeeffamuu OBN gabaaseera.
Bifuma walfakkaatuun sagantichi magaalaa Hawaasaatti gaggeeffameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment