Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa mana keessaa halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni 1ffaa hanga 3ffaa ba’an

Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa ba’uun meedaaliyaa Warqee hanga Naasaa goonfataniiru.

Dorgommii xumuraa dubartoota gidduutti meetira kuma 1 fi 500 gaggeeffameen Atleet Gudaaf Tsaggaayee,Aksumaawiit Ambaayee fi Hiruut Mashashaa walduraa duubaan 1ffaa hanga 3ffaa ba’aniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment