Tajaajilli galmeessa daldalaa fi hojmaata kenna eeyyamaa ‘Online’ eegalame

Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Tajaajilli sirna galmeessa daldalaa fi hojmaata kenna eeyyamaa ‘Online’ har’a ifatti eegalamuu ibsameeera.
Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministira Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin tajaajilicha eebbisiisaniiru.
Tajaajila Online kanaan daldaltoonni tajaajila galmee daldalaa fi eeyyamaa barbaacha gara dhaabbilee daldalaa qaamaan osoo hin dhaqin bakka jiranii tajaajila si’ataa fi ammayyaa argachuu ni danda’u jedhame.
Hawaasa daldalaaf yeroo, baasii fi dhaamaatii kan qusatu ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment