Waayita Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoos kabajnu nageenya dhala namaaf kadhachuun ta’uu qaba – Eebbifamoo Abunee Maatiyaas

Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Waayita Eebbifamoo Abunee Maatiyaas Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.

Waayita ayyaana kana kabajnu nageenya dhala namaaf kadhachuun ta’uu qaba jedhan.
Ayyaanni kun ayyaana mallattoo jaalalaa fi abdii ta’uu eeraniiru.

Kabaja waaqaa fi nageenya dhala namaaf tokkummaaf dhaabbachuun murteessaa ta’uu hubachiisaniiru.

Hawaasn Amantaa Kiristaanaa rakkataa gagaraaraa walummaa fi obbolummaan kabajuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment