Waldaan Aksiyoonaa Ayyaat Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame

Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Waldaan Aksiyoonaa Riil Isteetii Ayyaat Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree ‘daandii Qulqulluu – jireenya fayyaa’ jedhuun ifoomsanitti makameera.
Waldichi Birrii miiliyoona 6 gumaachuun sosochichatti makameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment