Fana: At a Speed of Life!

Antooniyoo Guutareez yeroo 2ffaaf barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ta’uun filataman

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Antooniyoo Guutareez yeroo 2ffaaf barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii ta’uun filatamuu ibsame.
Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ta’uun waggoota shanan darbaniif tajaajilaa kan turan Antooniyoo Guutareez waggoota shanan itti aanuuf dhaabbaticha dursuuf filatamuu isaanii gammachuu qaban Fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.