Fana: At a Speed of Life!

Astoonviilaan Isteevaan Jeeraard leenjisaa taasiisuun muude

Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) –  Kilabni Ingiliz Astoonviilaan Isteevaan Jeeraard leenjisaa taasiisuun muudeera.

Kilabichi leenjisaa isaa Diin Ismiiz erga gaggeessee leenjisaa haaraa barbaadaa tureera jedhame.

Guyyaa har’aa taphataa sarara gidduu Liivar Puul duraanii Isteevaan Jeeraard leenjisaa haaraa taasiisuun muudeera.

Kilaba biyya Iskoot Laand Reenjarsi leenjisaa kan ture Isteevaan Jeeraard Viillaa Paark turuuf waliigaltee  waggaa lamaa mallatteessera.

Ga’eessi umrii waggaa 41 Isteevaan Jeeraard turtii Reenjarsi waliin taasiiseen Waancaa Priimayeer Liigii Iskootish fudhachuu danda’eera.

Maddi:-SKY Sport

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.