Fana: At a Speed of Life!

Atileet Siifaan Hasan riikardii addunyaa meetira kuma 10 cabsite

Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Dhalattuu Ityoophiyaa lammummaan Hoolaand kan taatee Atileet Siifan Hasan riikardii addunyaa meetira kuma 10 cabsiteetti.
Riikardii meetira kuma 10 atileet Almaaz Ayyanaatiin waggoota 5f qabame turee atileetittiin kan cabsiteetti.
Nizeerlandiif kan fiigduu atileetittiin dorgommicha daqiiqaa 29 fi sekoondii 17 fi maayikroo 45 irratti seenuun injifatteetti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.