Fana: At a Speed of Life!

Atileet Tigisti Asaffaa Maaraatoonii Barliin rikardii cabsite

Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Fiigicha Maaraatoonii 48ffaa har’a Barliinitti gaggeeffame Atileet Tigisti Asaffaa rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatteetti.

Atileet Tigisti Sa’aatii 2 fi daqiiqaa 15 fi sekoondii 37’n galuun rikardii bakkichaa haaraa galmeessuun injifatte.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.