Fana: At a Speed of Life!

Atileet Tsahaay Gammachuu Fiigicha Kiiloomeetira 10 Baangaaluuritti gaggeeffame injifatte

Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Atileet Tsahaay Gammachuu dorgommii fiigicha Kiiloomeetira 10 Hindi magaalaa Baangaaluuritti gaggeeffame injifatte.

Atileet Tsahaay dorgommicha daqiiqaa 31fi sekondii 38’tiin xumuruun injifateetti.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.