Fana: At a Speed of Life!

Atileetoonni Ityoophiyaa dorgommi xumuraa fi gulaalliirratti ni hirmaatu

Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Har’a dorgommii Olompikii Tookiyoo 2020 irratti atileetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatuu.

Guyyaa sa’aatii 7:00 gulaallii walakkaa xumuraa dubartootaa meetiraa 1500 kan darban Fireewaayiinii Haayluu fi Lamalam Haayluu xumuraaf darbuuf ni dorgomuu.

Dabalataanis sa’aatii 8:00 irratti dorgommiin gufachiisaa Xumuraa dubartootaa meetira 3000 Maqdaas Abbabaa fi Zarfee Wandimaagaany Ityoophiyaaf meedaliyaa argamsiisuuf morkii cimaa akka taasisaan ragaan Komiishinii Ispoortiirra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.