Fana: At a Speed of Life!

Atleet Saamu’eel Tafarraa maayla tokkoon sa’aatii saffisaa addunyaa 2ffaa bara Faranjoota 2020 galmeessise

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Atleet Saamu’eel Tafarraa maayla tokkoon sa’aatii saffisaa addunyaa 2ffaa bara Faranjoota 2020 galmeessise.

Atleetiin lammii Ityoophiyaa Saamu’eel Tafarraa kaleessa Aayarlaanditti kan gaggeffame Atloon Intarnaashinaal Giraand Praaks maayla tokkoon waldorgommii mana keessaa bara Faranjoota 2020 sa’aatii saffisaa addunyaa lammaffaa 3:55.86 galmeessisuun injifateera.

Waldorgommii mana keessaa sa’aati saffisaa addunyaa harkaa kan qabu lammii Iskootilaand Iskoot Ohaar yoo ta’u, sa’aatiin galmeesise 3:55.61dha.

Maddi:- Afrikaa Atileetiiks Yuunaaytid

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.