Fana: At a Speed of Life!

Ayeerlaand Magaalaa Dubliinitti hiriirri mormii gidduseentummaa biyyoola Lixaa gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Ayeerlaand Magaalaa Dubliinitti hiriirri mormii gidduseentummaa biyyoota lixaa gaggeeffameera.

Hiriiricharrratti dhalattoonnii fi lammiileen Ityoophiyaan hedduun hirmaataniiru.

Hiriiricharrratti dhaadannoo dhiibbaa fi gidduu seentummaa hin barbaachifne biyyoonni dhihaa Ityoophiyaa irratti taasisa jiran akka dhaabanii fi ejjannoon mootummaan Ayeerlaand garee tokkof deeggare dhaabbate akka sirreessufis waamicha dhiyeessaniiru.

Akkasumas hiriiricha irratti dhaadannoon ‘#NoMore’ jedhu dhageessissaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.