Fana: At a Speed of Life!

Ayyaana Faasikaaf raabsaan bishaanii fooyya’aan akka jiraatuuf dabalataan bishaanni meetir Kiyuubiin kumni 10 ni maddisiifama jedhame

Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun raabsaan bishaanii fooyya’aan akka jiraatuuf dabalataan bishaanni meetir Kiyuubiin kumni 10 akka maddisifamuu Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo magaalaa Finfinnee beeksisee.

Abbaan taayiticha ayyaanni Faasikaa haala gaariin akka kabajamuuf koreen hanga halkan sa’aatii 5tti hojjetuu hundaassuun gara hojiitti galchuu ragaan abbaa taayiticharra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.