Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Al Afxiraa waggaa 1442ffaan Kamisa kan kabajamu ta’uu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Afxiraa waggaa 1442ffaan Kamisa dhufu kan kabajamu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoohiyaa ibseera.
Manni Marichaa ibsa Fanaa Broodkaastiingi Korporeetiif ergeen Baatiin guyyaa har’aa waan hin muul’anneef ayyaanni Iid Al Afxiraan waggaa 1442ffaan bara 2013 Kamisa dhufu kan kabajamu ta’uu himeera.
Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis hawaasni musiliimaa ayyaanicha wayita kabaju lammiilee harka qalleeyyii gargaaruun kabajuu akka qaban waamicha dhiyeessuun isaanii kan yaadatamuudhan.
Habtaamuu Takkalesillaaseetu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.