Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni sabaa fi sablammoota 15ffaan naannoo Harariitti kabajameera

Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Ayyaanni sabaa fi sablammoota ummattoota Ityoophiyaa bara kana yeroo 15ffaan naannoo Harariitti kabajameera.
Ayyaanichi mata duree “ tokkumaa sabdaneessaa badhaadhina waliinii” jedhuun kabajameera.
Ayyaanicharratti sabaa fi sablammoonni naannolee garaagaraa hirmaataniiru.
Hirmaattoonni kunneen raayyaan ittisa biyyaa olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti fudhateen injifannoo gonfatee gammachuusaanii ibsu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Harariirra arganne ni muul’dhisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.