Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni sabootaa, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 15ffaan Sadaasa 29, 2013 Finfinneetti kabajama

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Ayyaanni sabootaa, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 15ffaan Sadaasa 29, 2013 Finfinneetti kabajama.
Ayyaanni sabootaa, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 15ffaan Sadaasa 29, 2013 Finfinneetti akka kabajamu manni maree federeeshinii beeksiseera.
Ayyaanichi qopheessumaa mana maree federeeshiniin dhaadannoo ‘Walqixxummaa fi Tokkummaan Sabdaneessi Badhaadhina waloof’ jedhuun ni kabajama.
Ayyaanni sabootaa, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa bara kanaa sababa vaayrsii koroonaan addabaabayiitti kan kabajamu yoo ta’uudha baatellee, duudhaa sabootaa, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa kan agarsiisu fiilmiin agarsiisuu akka qophaa’u Af-yaa’iin mana maree federeeshinii Adam Faaraah ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.