Fana: At a Speed of Life!

Baankichi sagantaa ‘qusadhaa, jijjiirradhaa, badhaafamaatin’ badhaasoota abbootii carraan ba’eef laate

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Baankiin Internaashinaalii Oromiyaa marsaa 2ffaaf sagantaa ‘qusadhaa, jijjiirradhaa, badhaafamaatiin’ badhaasoota abbootii carraan ba’eef laateera.
Preezdaantiin baankichaa obbo Tafarii Mokkonnin, badhafamtootaan baga gammaddan jedhaniiru.
Baankichi tajaajiloota hedduu laachaa jiraachus himaniiru.
Tajaajilichan kan maanguddoota, dargaggootaa fi daa’immanii laataa jiraachuu himaniiru.
Fatiyaa Abdallaatu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.