Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Addunyaa tumsa damee Innooveeshinii fi Teeknooloojiin taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu mirkaneesse

Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Baankiin Addunyaa Ityoophiyaatti tumsa damee Innooveeshinii fi Teeknooloojiin taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu mirkaneesseera.
Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxee Mollaa jila Baankii Addunyaatti Daayreektara Ityoophiyaa, Eertiriyaa, Sudaan Kibbaa fi Sudaan Oosmaan Diyooniin durfamu waliin mari’ataniiru.
Baankiin Addunyaa hojiilee misoomaa Ityoophiyaan gaggeessaa jirtuu deeggaruun ajandaa jijjiirrama diinagdee biyya keessaa fi proojektii tarsiimoo Diijitaalaa Ityoophiyaa bara 2025 milkeessuuf kan gargaaru ta’uu Dooktar Ballaxaan ibsaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.