Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 9ffaaf carraa badhaafamtoota ifoomse

Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa ” Sagantaa Qusadhaa Badhaafamaa”  marsaa 9ffaan meshaalee garagaraa badhafamtoota carraan ga’eef laatera.

Carrichi galma Lotorii Biyyaalessaatti ba’eera.

Carraawwan ba’anis manneen jireenyaa appaartaamaa 2, konkolaattota fe’isaa giddugaleessaa 3  konkolaattota manaa Awutoomobilii 17 fi konkolaataa baajaajii miila sadii 34 dha.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.