Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Birrii biiliyoona 1 ol buufachuu beeksise

Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa yeroo jalqabaatif Birrii biiliyoona 1 ol buufachuu beeksise.
 
Baankichi bu’aan taaksiin dura argate kan bara darbeerra caalmaa %102 kan qabu ta’uu preezdaantiin baankichaa obbo Darribee Asfaaw ibsaniiru.
 
Bu’aadhan ala qabeenyi waliigalaa baankichaa Birrii biiliyoona 52.92 qaqqabuus ibsaniiru.
 
Barana maallaqa olkaawwamu Birrii biiliyoona 9.34 sassaabudhaan, waliigalaan maallaqa olkaa’amu Birrii biiliyoona 45.52 ga’achuu ibsaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.