Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa lammiilee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 100 deeggarsa taasise

Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa lammilee Godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasiseera.

Baankichi hojjettoota isaa waliin ta’uun sona hawaasaaf dhimmamuu hojiirra oolchuu mirkaneessuu kan itti fufu ta’uu fi lammiilee Godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisuu Pireezidaantiin baankichaa Obbo Darribee Asfawuu himuu ragaan baankicharraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.