Fana: At a Speed of Life!

Baatii darbe oomisha Bunaa alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 7 argame

Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Baatii darbe oomisha Bunaa alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 7 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shayii Ityoophiyaa beeksiise.
Baatii Bitootessaa keessa Buna Toonii kuma 27 fi 200 alatti argamerraa Sharafni alaa hanga ammaatti baatii tokko keessatti argamee hin beekne argamuu ibseera.
Abbaan Taayitichaa yeroo dhiyoo as gabaa Bunaa guddisuuf sirnoota garaagaraa diriirsuun hojiitti hiikaa jiraachuu himameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.