Fana: At a Speed of Life!

Baatii Muddeetti galiin Birrii biiliyoonni 22 ol walitti qabame

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Baatii Muddeetti galiin Birrii biiliyoonni 22 ol walitti qabamuu Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqaa Ayyaalaw beeksisan.
Obbo Laaqaa Ayyaalaw baatii Muddeetti galii Birrii biiliyoona 21 miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 38 fi kuma dhibba 6 fi kuma 52 fi 82 walitti qabuuf karoorfameet ture jedhan.
Ta’us galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 3 fi biiliyooni 75 fi miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 35 fi kumni dhibbi 2 fi kumni 66 walitti qabamuu ibsaniiru.
Karoori kunis %105 ta’u himaniiru.
Galichi galii biyyaa keessaa, qaraxaa fi taksii daladalaa alaarraa fi gurgurtaa lootaariirraa kan walitti qabameedha jedhaniiru.
Galiin bara kana bajaata bara darbeen wal bira qabamee yoo ilaalamuu %23n guddina akka qabu eeraniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.