Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwaan 7 darbanitti Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.8 argamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Baatiwwaan 7 darbanitti Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.8 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
Oomisha damee qonnaarraa biiliyoona 1.178, damee Maanuufaakcheriingirraa miiliyoona dhibbaa 2 fi miiliyoona 11 ol, damee Albuudarraa miiliyoona dhibba 373.7 fi dameewwan biroorraa Doolaaraa miiliyoona 50.6 galii argachuu Ministeerichi beeksiseera.
Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii Indaastirii damee Kalloo fooyyeessuuf hojjechaa jiraachuus ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.