Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwaan salgan darbanitti Birrii Biiliyoonni 212.4 walitti qabame – Ministeera Galiiwwanii

Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) – Baatiwwaan salgan darbanitti Birrii Biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 12 miiliyoonni dhibbi 4 galiin walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii.
Ministeerichi baatiwwan salgan darbanitti Birrii Biiliyoona dhibba 2 fi Biiliyoona 13 fi miiliyiina dhibba 8 galii walitti qabuuf karoorfatee Birrii Biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 12 miiliyoonni dhibbi 4 galiin walitti qabuu ibseera.
Karoora isaa % 99.36 milkeessuu himeera.
Galiin kun kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame Birrii Biiliyoona 29.2 caalmaa qabaachuu Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqaa Ayyaalew Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.