Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan arfan darbanitti warqeerra galii fooyya’aan argame – Injinaar Taakkalaa

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injinaar Taakkalaa Uumaa baatiwwan arfan darbanitti warqeerra galii fooyya’aan argamuu ibsan.

Injinaar Taakkalaan fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, baatiwwan arfan darbaan warqee gara biyyaa alaatti ergameerra galii fooyya’aan argamu ibsaniiru.

Oomishoota galii olaanaa argamsiisan keessaa isaa jalqaaba ta’uus himaniiru.

Dabalataniis dhaabbilee jajjaboo dabalatee dhaabbileen garaagaraa gara oomishaa albudaatti galaa jiraachuu eeraniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.