Fana: At a Speed of Life!

Jaan Meedaatti(Urufa Boombii) bakki boqonnaa taabotaa qulqulleeffame

Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Hojiin bakka boqannaa taabotaa qulqulleessuu magaalaa Finfinnee Jaan Meedaatti (Urufa Boombii) gaggeeffame.

Sagantaa qulqullinaa kanarratti hordoftoonni amantaa Kiristaanaa fi Islaamaa argamaniiru.

Sagantaan qulqullinaa kun bakka hoggansi bulchiinsa magaalaa Finfinnee, jiraattonni naannichaa, hordoftoonni amantaa Kiristaanaa fi Islaamaa argamanitti raawwatameera.

Saganticharratti dargaggoonni kumni 1 ol hirmaataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.